header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

405: Yoo namni tokko ilmoo ofii kana nizaama itti godhuu fedhe akkamii?

  • Home
  • Bultii
  • 405: Yoo namni tokko ilmoo ofii kana nizaama itti godhuu fedhe akkamii?
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: yoo namni tokko ilmoo ofii kana nizaama itti godhuu fedhe akkamii?

 

 

 

 

 

 

Deebisaa: yoo nama dhukkubsattu tahe , dhaluu dhaafi waan kanaafi yoo garatti waa qabatte ka dhukkubni itti guddattu taate amata tokko amata lama straahaa godhuun rakkoo hin qabu jedhan ustaazni kiyya sheikh saalil uteeymiin rahimahullaah homaa rakkoo hin qabuu jedhan garuu rahima gombisuu takkii dawaa dhala muru fudhachuun dhoowwaadha . Garuu ispeeshaaliitii nama doktortichi islaamaa qulqulluu nama amantii qabu gaafatanii waan silaa haara galfii yookaan istiraahaa amata tokko ,amata lamaa godhatan qofa yoo taate malee akka ilmoon wolitti aantee aantee hin rakkanne abbaan manaallee hin rakkanne haati manaallee hin rakkanne hoosisaafillee hin rakkanne ta’uun barbaachisaadha homaa rakkoo hin qabu . Garuu dhala muruun dhoowwaadha

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 294

Kanas dubbisi!

407: Kaafiilli tiyya iqaamaa naarraa balleessite anilleen jalaa bade akkam woyya?
399: Osoo umriin heeruma hin gahin heerumsiisuun akkam?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button