header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

415: Sunnaawwan salaata zuhuriitiifi asrii akkam?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Sunnaan salaata zuhrii duraa afur jechuu dhagayee akkamitti salaatanii? Afran walitti dhaaba moo addaan mummuraa? Ka asrii hoo akkam fakkaata? Azaana dura salaatan moo azaana booda?

 

 

 

 

 

Deebisaa: Raka’aa lama lamaan salaatan. Walitti hin dhaabanii addaan mummuran. Lama salaattee salaamtaa baafattee lama ta biraa salaatta ammallee. Asrilleen akkasuma. Eega Azaanan booda salaatan. Maaliif jennaan azaanni yeroon salaataa gahuu nama garsiisa. Salaanni asrii yeroon isaa wayta azaanan san geettee eega azaanan boodaa azaanaaf iqaamaa jiddutti salaatta.

 

 

Sheik Abdurrahmaan Shariif

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 241

Kanas dubbisi!

417: Nama sunnaa salaatu salaata waajibaa itti hidhatuun ni danda’amaa?  
411: wayta olka’an ruku’aa fi sujuudarraa harka eessa kaayu?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button