header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

417: Nama sunnaa salaatu salaata waajibaa itti hidhatuun ni danda’amaa?  

  • Home
  • Ibaadaa
  • 417: Nama sunnaa salaatu salaata waajibaa itti hidhatuun ni danda’amaa?  
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Nama sunnaa salaatu salaata waajibaa itti hidhatuun ni danda’amaa?

 

 

 

 

 

Deebisaa: Salaata sunnaa nama salaatu namni salaata waajibaa salaatuu hedu tokko itti hidhachuu ni danda’a wamaa hin qabdu jama’aa walii ta’anii waliin salaatuu ni danda’an. Daliilli zamana Rasuulaa ? mu’aazi ibnu jabal Rasuula Rabbii waliin salaata ishaahii salaatee eegasii deemee ganda isaanii masjiida warra banii suleemii jedhaniinii masjiida san dhaqee imaama ta’ee nama salaachisaa jechu. Akkasumaa gaaf Tokko Rasuulli Rabbii ? salaata irraa bahanii isaan masjiida keessa taa’uu sahaabaa wajjiin namni tokko dhufee salaata waajibaa salaatuudhaaf dhaabbate, achii Rasuulli Rabbii eenyutu ka’ee jama’aa godheef ka’ee wajjiin salaataa jedhe. Sahabarraa namni ana jedheeti ka’anii akkasitti wajjiin salaatani. Isaa salaata waajibaa salaatu itti hidhatan. Imaamni waajiba salaataa warri duubaan hidhatan sunnaa salaatan. Kanaafuu humaa hin qabdu yoo walitti hidhatan.

 

Sheik Abdurrahmaan Shariif

 

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 3
Views: 356

Kanas dubbisi!

419: Obboleettiin tiyya anaafii dhiirsa kiyya wajjiin hajjii godhuu ni dandeettii?
415: Sunnaawwan salaata zuhuriitiifi asrii akkam?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button