header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

419: Obboleettiin tiyya anaafii dhiirsa kiyya wajjiin hajjii godhuu ni dandeettii?

  • Home
  • Dubartii
  • 419: Obboleettiin tiyya anaafii dhiirsa kiyya wajjiin hajjii godhuu ni dandeettii?
Estimated reading time: 1 min

Gaaffii: Obboleettii tiyya takkatu anaafii dhiirsa kiyya wajjiin hajjii godhuu feetee hajjiin isii sun ni taatii?

 

 

 

 

 

Deebisaa: Ee ni taati. Dhiirsi kankee haga ati isa waliin jirtu haga inni nikaha sirraa qabu isiidhaaf maharama ta’uu ni danda’aa jechu. Ulamaa’iin inumaa maal jedhan zamana ammaa kanatti intalti takka yoo maharama dhabdee nama firaa dhabdee ka isiin hajjii waliin gootu nama gandaatiif ka akkasii ka wajjiin deemtu taate hajjiin isii ni ta’aa jedhan. Intalti yoo siif dhiirsa kee wajjiin deemtee hajjii ufii gaggeeffatte hajjiin isii ni ta’a. Hattaa yoo dubartiin maharama malee hajjii goote dilii dalagde malee hajjiin isii sahiiha. Intalti islaamaa takka yoo isiin hajjii deemte maharama malee hajjiin isii sahiihaa garuu imalli isii sun diliidha. Yoo nama isiin beeytu ka gandaa isa isiin irraa hin sodaatamne isiin ka waliin deemtu taate hajjiin isiillee sahiihaa safari isiillee keeyrima ta’a.

 

Sheik Abdurrahmaan Shariif

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 140

Kanas dubbisi!

423: Yeroo aadaa qaban qeensaa fi rifeensallee muruun dhoowwaadhaa?
416: Ilmi obboleessa abbaa kiyyaa ajnabii naaf ta’aa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button