header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

423: Yeroo aadaa qaban qeensaa fi rifeensallee muruun dhoowwaadhaa?

  • Home
  • Dubartii
  • 423: Yeroo aadaa qaban qeensaa fi rifeensallee muruun dhoowwaadhaa?
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Qeensa yeroo aadaa qaban takkii rifeensallee ufirraa fuudhuun dhoowwaadha, yeroo biraallee yoo ka ufirraa fuudhan taate awwaaluu barbaachisaa?

 

 

 

 

Deebisaa: Suni aadaadhuma namni banii Aadami walitti dabarsu malee hadisuma afaan namaati malee Hadiisa Rasuulaatii miti. Yeroo cufaa qeensa ufirraa ciruu dandeessa yeroo aadaa qabdu yeroo aadaa hin qabnellee rakkoo hin qabu.

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 171

Kanas dubbisi!

425: kaffaaraa ramadaanaa abbaa manaa ti moo haadha manaatu soomuuf dirqama?
419: Obboleettiin tiyya anaafii dhiirsa kiyya wajjiin hajjii godhuu ni dandeettii?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button