header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

425: kaffaaraa ramadaanaa abbaa manaa ti moo haadha manaatu soomuuf dirqama?

  • Home
  • Dubartii
  • 425: kaffaaraa ramadaanaa abbaa manaa ti moo haadha manaatu soomuuf dirqama?
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Kaffaaraa Ramadaana keessa jarsa kiyyaa wajjiin ji’a Ramadaana keessa guyaa wajjiin rafeef kutee kutee ji’a tokko soomee jiraa garuu qadatu narra jiraa yoo kaffaara san qadaa narra jiruuf godhe ta’aa?

 

 

 

 

 

Deebisaa: Hin taatu maaliif jennaan qadaan ati soomteef niyyaa kafaaraatiif soomte malee niyyaa ramadaan qadaa baasuutiin hin soomne. Hujiin siif katabamtu Rabbi biratti ka ati niyyattee dalayde santi siif katabama. Saniif jecha akkuma yaada ufiitti jijjiirachuun hin taatu.

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 4
Views: 390

Kanas dubbisi!

428: Yoo rifeensi namarraa bu’ee bakka hin taane seene irraa gaafatamuu?
423: Yeroo aadaa qaban qeensaa fi rifeensallee muruun dhoowwaadhaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button