header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

428: Yoo rifeensi namarraa bu’ee bakka hin taane seene irraa gaafatamuu?

  • Home
  • Dubartii
  • 428: Yoo rifeensi namarraa bu’ee bakka hin taane seene irraa gaafatamuu?
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Yoo rifeensi namarraa bu’ee najisaan walitti makatee bakka hin taane seene irraa gaafataman jedhanii akkami?

 

 

 

 

Deebisaa: Wanni akkasiituu hin jiru. Rifeensa bakka feetetti gatuu ni dandeessa. Yoo qulqullinna eeggachuuf bakka wasakaatittillee darbite humaa rakkoon tokko hin jiru. Wanni rifeensa kabajanii warqaan maranii awwaalan wayiituu hin jiru.

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 91

Kanas dubbisi!

430: Intala fuudhuu barbaadu harka qabadhee hasofsiisuu ni danda’aa?
425: kaffaaraa ramadaanaa abbaa manaa ti moo haadha manaatu soomuuf dirqama?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button