header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

439: Firoota muudaaf shirkii keessa jiran akkam goona?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Abbootiin keenya muudaaf shirkii adda addaa ka keessa jiraatan yoo taate maal godhuu qabnaa?

 

 

 

 

Deebisaa: Abbaa kankeetiif haadha tantee gorsi. Aanaa kankee hunda gorsi. shirkirraa dhaabbadhaa Rabbi sodaadhaa jedhiin. Yoo abbaaf haadha kankee akkasitti gorsitee ijibbaatte ulamaa itti kaaftee warra biyyaa itti kaaftee barsiisutu sirra jira. Nama biro ammoo ka abbaaf haadha hin ta’in yoo isaan shariyaa Rabbiitiif diinii Rabbii irraa goranii waan addaa oofan irraa dhaabbachuu qabda Rabbiif jecha isaan muruu dandeessa. Abbaaf haadha kankee ammoo haga ijibbaata boodaatti akkuma Nabi Ibraahiim san ganama galgala bira dhaabbadhuutii gorsaaf da’aawaan bira dhaabbadhu.

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 268

Kanas dubbisi!

444: Diliin kaffaaraa qabdu waan akkami?
436: Gaazexaa maqaa Rabbii qabu gatuun akkami?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button