header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

436: Gaazexaa maqaa Rabbii qabu gatuun akkami?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Gaazexaa garii maqaa Rabbiittu keessatti katabamee jiraa gazeexaa maqaan Rabbii keessatti katabamee jiru gati naan jedhanii warri Arabaa natti kennan. Ka maqaan Rabbii keessa jiru anillee ni beekaa yoo anillee hin gatne warrillee na hin dhiisuu anaa gate irra diliin jirti moo warra gate jedhe irra diliin jirti?

 

 

 

 

 

Deebisaa: Maqaan Rabbii waan keessa jiru bakka wasakaatti hin gatin. Abbaan fedhe gati siin jedhullee hin gatin, ati fuudhii bakka sadarkaa ulfina qabdu kaayii eega maqaan Rabbii keessa jiraatuu beeyte.

 

Sheikh Alii Jimmaa

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 547

Kanas dubbisi!

439: Firoota muudaaf shirkii keessa jiran akkam goona?
427: Nama raaga bira dhaqe Salaanni isaa akkam?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button