header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

446: Bakka taaziyaa waa fidanii achitti nyaachuun akkam?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Namni taasihaa walitti dhufanii guyyaa hagasi waliin taa’aanii waa nyaatee waliin dhugu aadaa biyya gariitti harchee walitti fidanii dhadhaa walitti fida. Biyya teenyatti akka dirqaamaatti harcee fidan dhadhaa fidan marqa marqan namni achitti wal gahee nyaataa dirqamatti fidanii

 

 

 

 

Deebisaa: Taasihaadhaaf yoo birmannaadhaaf yoo ollaan buna fidatee dhufe ka haajaa isaatiif mataa ufiitiif fidatee dhufe humaa hin qabu. Dirqamni hin jirtu. Namni rifaatuu du’aatiif walitti birmatee walitti dhufee bunaan walitti birmachuun dhoowwaa hin qabu. Hadiisa jaafar ibnu xaalib Rasuulli Rabbii ? obboleeyyan keessan nyaata itti fidaa wama qabdaniin itti birmadhaa maatii Jaafar wanni isaan shaagalu itti dhufee ollaadhaa nyaataan itti birmadhaa jedhe malee dirqamaa gad fidiin hin jirtu.

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 2
Views: 143

Kanas dubbisi!

447: Abbaan yoo nikaha godhuu dide akkam?
439: Firoota muudaaf shirkii keessa jiran akkam goona?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button