header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

447: Abbaan yoo nikaha godhuu dide akkam?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Biyya Arabaa kana keessatti intala abbaan nikaha godhuu didee eega isiin biyya Arabaa dhayxee namni haraamaan waliin jiraatee nikaha godhanii.

 

 

 

 

 

Deebisaa: Yoo abbaan beekaa intala isaa ajnabiyyaa beekaa nama ajnabiitiin wajjiin biyya addaatti erge waan isiin dalagde hundaafuu namni gaafatamu isa. Abbaan isaa intala dhale yoo ka obboleessii bira hin jirre ka inni bira hin jirre biyya araba naa haa dhaqxuu jedhee ejensitti kennee ilmoo ufii biyyaa baasee isiin haraama dalagde, wanni isiin dalagdullee isaa haraama ta’ee eegasii wanni isiin dalagdu cufaafuu dilii itti gaafatama Rabbi biratti.

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 3
Views: 252

Kanas dubbisi!

450: Guyyaa qabbanti jabduun jirtu dhiqachuu danda’amaa namni aahlii isaatiin wajji rafe?
438: Dubartootaan hijaaba uffadhaa jennaaniin didanii akkam goona?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button