header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

484: Nama hin Islaaminiif du’aa’ii godhuun ni tahaa?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Intala islaama hin ta’in takka jaaladhee isiinillee islaamuu feetii maatitu rakkise malee yoo du’aa’ii godheef maal qaba?

 

 

 

 

 

Deebisaa: Nama islaame ta’ee nama islaama hin ta’in ta’ee du’aa’ii godhuufiin humaa rakkoo hin qabu. Yaa Rabbi nama kana qajeelchi jechuun humaa rakkoo hin qabu.

 

Sheik Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 235

Kanas dubbisi!

487: Intala takka yoo namni dirqiidhaan haraama itti dalage akkami?
483: Horii du’e gubuun ni hayyamamaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button