header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

487: Intala takka yoo namni dirqiidhaan haraama itti dalage akkami?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Intala takka yoo namni dirqiidhaan haraama itti dalage akkami?

 

 

 

 

 

Deebisaa: Yoo dirqima dhugaa ta’e diliin isii irra hin jiru. Abbaa dirqe san irra jira. Garuu isaan lachuu towbatanii Rabbitti deebi’uun dirqama jechu. Namni dirqiidhaan kafarsiisan dirqiidhaan haraama itti dalagan, dirqiidhaan haraama nyaachisani isarra humaa hin jiru. Yoo ammoo isiinillee sababaa itti taate, yookaan duraan tattaphatanii haasawanii namni sun haraama itti dalaguuf dhufnaan ka amma diddu taate isiinillee sababaa itti ta’uu saniin dilii ni qabdi.

 

Sheik Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 804

Kanas dubbisi!

493 :Waan nama cinqe ajjeesuun hukmiin isaa akkam?
444: Diliin kaffaaraa qabdu waan akkami?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button