header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

485: Namni Muslima hin ta’in tokko yoo mallaqa hajjiin godhan namaa kenne akkami?

  • Home
  • Hajjii
  • 485: Namni Muslima hin ta’in tokko yoo mallaqa hajjiin godhan namaa kenne akkami?
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Namni islaama hin ta’in tokko yoo horii hajjii namaa baase akkamii?

 

 

 

 

Deebisaa: Namni kaafiraa waa sadaqachuun humaa rakkoo hin qabu. Nama kuffaaraa hedduutu Rasuula Rabbiitiif sadaqaa fidaa ture. Namni kuffaara tokko yoo hadiyyaa siif kenne fudhachuun humaa rakkoo hin qabu. Sani booda hajjii irraa oolfattee, ufii nyaattee waan feete yoo goote rakkoo hin qabu. Garuu horii mootummaan baafteef waan hajjii sii kennaniin hajjiin waajibaa sirraa hin bu’u. Gaafa ati horii tantee ta halaalaa argatte hajjii waajibaa sirraa fedhan.

 

Sheik Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 113

Kanas dubbisi!

488: Hijaabaan hajjii godhuun akkamii?
419: Obboleettiin tiyya anaafii dhiirsa kiyya wajjiin hajjii godhuu ni dandeettii?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button