header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

490: Horiin ilmaan yatiimaatii badhaasa kenname hukmiin isaa maali?

  • Home
  • Dubartii
  • 490: Horiin ilmaan yatiimaatii badhaasa kenname hukmiin isaa maali?
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Namni tokko du’ee ilmaan yatiimaatii badhaasni kenname nama biraa irraa, ilmaan yatiimaa sun cuftinuu osoo hin fudhatini horiin sun horee intalti fi ilmi ilmaan sani keessaa guddatanii intalti horii saniin heerumuu feetii ilmis horii saniin fuudhuu fedhaa osoo hin qodamin akkamii?

 

 

 

 

 

Deebisaa: Horiin sun akkuma horii isaan abbaa isaanii irraa dhaalaniiti. Namni tokko ittiin fuudhuu hin danda’u haga qoodni dhaalaa nama kamuu dhaqabutti. Hundi isaaniituu qooda isaanii argachutu isaan irra jira.

 

Sheik Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 416

Kanas dubbisi!

497: Dhalaan diddibattee if tottolchuun akkami?
488: Hijaabaan hajjii godhuun akkamii?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button