header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

495: Mana namni irraa du’e hanga yoom waa nyaachuun dhoowwama?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: mana namni irraa du’e kana hangi dhaqanii waa nyaachuu dandayan hanga yeroo beekkamu moo zalaalamumatti olseenanii achirraa nyaachuun dhoowwaadha?

 

 

 

 

Deebisaa: hukmii shari’aa keessatti nabiin rabbii akki jedhan ?  gaafa jaafar du’e “worra kana waan isaan naasisetu itti dhufee nyaata godhaa itti dhaqaadhaa” jedhan duuba tanaa jecha mana namni irraa du’e nyaata bilchaataa geeysituu midhaan jiraa geeysitee nyaata achitti gootuu manuma san keessa waan jirtu gootee nyaattanuu qoonqoon waa takkallee hin qabdu , waan yataamaa nyaachuu jechuun horii isaanii qalachuun , midhaan isaanii boollaa baafattee itti fayyadamuun wonni akkanaa kun cufti haraami , tanaaf jecha mana meeytaa dhaa waa geeysuun , achi dhayxee waan achitti bilchaatee dhihaate nyaachuun waa takkallee hin qabu

 

 

Dr. Liwaa’ul Isalam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 8
Views: 434

Kanas dubbisi!

496: Mana meeytaa waa geeysuu fi achii nyaachuun hukmii shari’aatti akkam?
490: Horiin ilmaan yatiimaatii badhaasa kenname hukmiin isaa maali?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button