header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

499: Waan urgaawaa mana keessa faffacaasuun hukmii shari’aatti akkam?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii : ganda tokkoon hojjedha, gandi kun hoggayyuu akka honqaatti  sooqiddaa fi waan akka libaanataa fi waan urgaa’u mana keessa faffacaasan , maali wonni kun jennaan bar qur’aana qabaa naan jedhan , hukmii shari’aatti wonni kun ni taatii?

 

 

 

 

Deebisaa: muslimni hedduu faaga irraa wosanaa baheeti waan dhugaatiifi waan baaxil wolkeessa laaqaa jiran , islaamummaan ruqiyaa namni tokko yoo fayyaa dhabe , ijoolleetti qara’uun mataa ifiitti qara’uun hukmii shari’aati , ammoo wohitti qara’aa sooqidda mana keessa facaasaa , akkasuma libaanata shittootti godhaatii mana keessa faffacaasaa jechuun tun aadaa jaahilaati worra sha’awadaa worra faalaatu waan kana dalaga sun irraa fagaadhu ammoo kawohitti qara’anii nama obaasuun ifiifillee dhuguun hukmii shari’aati homa takkallee hin qabu garuu jarreen kuni waan hukmii shari’aa keessa jiruufi waan baaxilaa wolitti laaqan

 

Dr. Liwaa’ul Isalam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 2
Views: 393

Kanas dubbisi!

504: Dhiirti Rifeensa dheeressuun hayyamamaa?
496: Mana meeytaa waa geeysuu fi achii nyaachuun hukmii shari’aatti akkam?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button