header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

500: Dhiiga narra jiru yoo ittiin salaate maal godhuutu narra jira ?

  • Home
  • Dubartii
  • 500: Dhiiga narra jiru yoo ittiin salaate maal godhuutu narra jira ?
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: eega rabbiin jiruu naa katabee ballageen boodatti guyyaa tokko dardarummaa guutuu kiyyarratti heeydii ifirratti arge , garuu heeydii ifirratti argeetiin halkan sun soomana keeysaa taraawiha dhaqe ammoo hin soomanne

 

 

 

 

 

Deebisaa: taduraatii guyyaa san irraa eegalii odoo umrii sanittillee heerumtee jaarsa keetitti ida’amuun haraam , soommanni haraam salaatni sirratti haraami , masgiida seenuun sirratti haraami , tanaaf jecha wollaalatu si godhee waan wollaalaan dalayde san salaatni odoo heeydii qabanii akkumasan ka’abaan xawaafuun wonni kun cuftinuu haraami , dogongora kee saniif rabbii kee araarama kadhu , yoo gaafa san keessatti soomante soomanni kee baaxili rabbii kee araarama kadhu

Dr. Liwaa’ul Isalam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 4
Views: 731

Kanas dubbisi!

506: Yeroo heeydii qabutti Qur’aana qara’uu danda’aa?
497: Dhalaan diddibattee if tottolchuun akkami?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button