header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

501: Salaata keessa miila wolirra kaayanii irra taa’uun akkam?

  • Home
  • Salaata
  • 501: Salaata keessa miila wolirra kaayanii irra taa’uun akkam?
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Nama tokkotu nuun salaata ijoollee dardaraati , yeroo salaatu miila isaa lamaan kana duubatti akka masqalaa wolirra kaayee irra taa’a ,akki kun ni tahaa?

 

 

 

 

 

Deebisaa: dura nuti salaata keessa arkaanaa fi waajibaata adda haa barannuu! waajibaata jechuun waan yoo beekaa dhiisan salaata balleeysu , yoo irraanfiin nama irraa arkamte waan sujuudussahwiin bakka namaa guutu , arkaana jechuun utubaa salaata kheeysaa waa kudha afur tan yoonifin beekaa dhiiftuu , irraanfiin dhiiftuu, wollaalaan dhiiftuu salaatni badu hanga waan san deebitee fuutuu. tanaaf jecha wonni obboleessi kee dalage kuni sunnaa khallafe malee miila wol irra kaayyachuun salaata hin balleessu , wonni sirra jiru barnoota yoo isarra qabaatte ida’iif barnoota , qaceeltumatti haajama qofa

 

Dr. Liwaa’ul Isalam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 7
Views: 609

Kanas dubbisi!

503: Salaata keessa faatihaa qara’uun dirqamaa?
500: Dhiiga narra jiru yoo ittiin salaate maal godhuutu narra jira ?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button