header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

503: Salaata keessa faatihaa qara’uun dirqamaa?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: – hoggaan salaatatti seene harka maradhee allahu akbar jedhee tuma taa’a moo faatihaa nin qara’a?

 

 

 

Deebisaa: atii fi fakkaataan keetiis wonni beekuu qabnu waa hunda dura suuratul faatihaan tuni salaata keessatti waajiba moo arkaanaa addaan baradhu   , arkaanni waa kudha afuri , kudha afran keessaa tokko faatiha namni “man lam yaqra’a bi faatihatil kitaabi” namni faatihaa hin qara’in salaatni isaa hin jiru jechutti jira , tanaaf jecha allaahu akhbar hogga jettee hidhatte booda faatihaa tee qara’uun sirratti dirqamaa beekkadhu duuba, haalli imaamni bakka bu’ee sirraa dhaabbachuu danda’u imaama ruku’atti jiru fiigaa yoo dhufte allaahu akhbar dura jettee ta rukniidhaa ta lammaffaa allaahu akhbar jettee jilba qabatta, bakka san qofatti mirga qabda ati

 

Dr. Liwaa’ul Isalam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 445

Kanas dubbisi!

510: Salaata raka’aa afurii akkamitti jam’ii godhuun narra jira ?
501: Salaata keessa miila wolirra kaayanii irra taa’uun akkam?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

One Comment

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button