header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

510: Salaata raka’aa afurii akkamitti jam’ii godhuun narra jira ?

  • Home
  • Salaata
  • 510: Salaata raka’aa afurii akkamitti jam’ii godhuun narra jira ?
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Salaata raka’aa afurii jam’ii godhee raka’aa lama salaatee salaammadhe , eega salaammadhee booda maal godhuutu narra jiraa?

 

 

 

 

Deebisaa : namni tokko salaata isaa keeysatti yoo shakke fknf.magriiba sadihiin salaate moo lamaan salaatee keeysatti yoo shakke , lamaan salaate jedhee tokkicha hafe guuttatee odoo hin salaammanneen duratti sujuudassahwii sujuudee achi booda salaammata . Akkumasan salaata raka’aa afurii keessatti shakkiin sadihi moo afur salaatee shakkiin yoo jiraate sadeenumatti muradhu tokkootu naahafe jedhii afur guuti , eega salaattee booda odoo hin salaammanne sujuudassahwii sujuudi . ammoo yoo raka’aa lama salaattee salaammattee yeroma san yaadatte oluma kaatee raka’aa lamaan hafte guutta .

 

Dr. Liwaa’ul Isalam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 229

Kanas dubbisi!

511: Magriibaaf ishaa’ii jam’ii godhee akkamitti salaata?
503: Salaata keessa faatihaa qara’uun dirqamaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button