header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

511: Magriibaaf ishaa’ii jam’ii godhee akkamitti salaata?

  • Home
  • Salaata
  • 511: Magriibaaf ishaa’ii jam’ii godhee akkamitti salaata?
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii : imaltuu deemee salaata magriibaatii fi ishaa’ii wolitti qabe , salaata magriibaa raka’aa lama salaatee salaammadhee achi booda ishaa’iillee raka’aa lama salaate.

 

 

 

Deebisaa: salaata hoggaa wolitti qabdu salaata magriiba ishaa’ii irra geeysite moo,  salaata ishaa’ii magriiba irra fidde (salaata hin gahin ka gahe irra fidde moo salaata gahe ka hin gahinitti geessite)? , magriiba ishaa’ii irratti salaata jettee yoo karaa deemte wonni dura salaatuu qabdu magriiba , ishaa’ii booda itti aansita . ammoo salaata magriibaa yoo raka’aa lama salaatuu kee if beeyte itti deebitee guuttachuu qabda .

 

Dr. Liwaa’ul Isalam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 659

Kanas dubbisi!

515: Dibatni matatti diddibatan salaata ni balleessaa?
510: Salaata raka’aa afurii akkamitti jam’ii godhuun narra jira ?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button