header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

558. Nikaaha Bilbilaan hidhuun hayyamamaa?

Estimated reading time: < 1 min

Nikaaha bilbilaan hidhuun ni taha. Garuu ulaagaan nikaahaa guuttamuu qaba. Fakkeenyaaf waan akka Mahrii, Waliyyii intalaa, namoota ragaa tahaniifi wantoota ulaagaa nikaahaa tahan hunda guutuun dirqama. Gama birootiin wal daguufi wal sobuu irraa fagaachuun barbaachisaadha. Yeroo garii suuraa nama biroo intalaafi maatitti mul’isanii intala ammoo nama birootiif nikaaha godhaa wal daguun ni jirti. Kun ammoo shari’aa Islaamaa keessatti dhoorkaadha.

Sheikh Abdussalaam Xaahir

Deebisaa  dabalataa Gaafii 237 laali.

 

 

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 4
Views: 683

Kanas dubbisi!

560. Jaarsi si hiike jennaan deemtee nama birootti heerumte
556. Fedhiin qunnamtii saalaa humnaa ol natti tahe, barnootaafi dalagaallee na dhoorke. Maal godhuu qaba?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button