header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

593: Intala biyyaa bahuu barbaaddu maallaqaan gargaaruun akkami?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Obboleettiin tiyya takka biyyaa bahaa maallaqa naaf ergi jettii, akkam godha?

 

 

Deebisaa: Yaa Gabroottan Rabbii! Dubartiin yoo jaarsaa fi obboleessi wajji jiraate malee kophaa karaa deemuun haraama. Kanaaf ilma habooti, ilma abbeeraatii jedhanii waliin erguunis hin tahu. Kanaaf obboleettii teessanis tahee dhalaa kamuu biyya irraa hin baasinaa. Rabbiin Karaa badii irratti wal hin gargaarinaa jedha. Wanta nyaattuu fi wanta dhuyduuf akka itti fayyadamtu maallaqa ergiif. Yoo isiin karaa deemuudhaaf itti fayyadamte badiin tanuma isii taati.

 

Dr. Liwaa’ulislaam

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 519

Kanas dubbisi!

613: Qabeenya abbaa dhoysanii fudhachuun hayyamamaa?
581: Fira shira namarratti xaxu akkamitti wajji jiraatan?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button