header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

648: Jaartii obboleessaa dhaaluun akkamitti laallama?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Obboleessi kiyya tokko yoo du’e jaartii isaa dhaaluu ni dandahaa?

 

 

Deebisaa: Shari’aa Islaamaa keessatti Intalti namaa horiidhaa miti, hin dhaalamtu; bilisa. Dachii, maallaqa fi horiitu dhaalama. Yoo dhaale akkami jechuu irra, yoon nikaha hidhee fuudhe osoo jettee gaafii bareeda taha. Kanas yoo feete sitti heerumti; yoo hin fedhin ammoo si diduu mirga guutuu qabdi. Eeyye yoo isiin siif hayyamte fuudhuu wanti si dhoorkaa hin jiru. Keessaahuu yoo obboleessi kee ilmaan irraa qabaatee fi yoo isiin hayyamamtuu taate fuudhuun gaariidha.

 

Dr. Liwaa’ulislaam

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 4
Views: 1383

Kanas dubbisi!

650: Obboleessa jaarsaa duratti hijaaba mulqachuun hayyamamaa?
640: Hayyama Jaarsaa Malee Qaadiin Nikaaha Buusuu Danda’aa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

One Comment

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button