header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

72: Ilkaan rigachuun soomana ni balleessaa?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Ramadaan keessa yoon afaan qulqulleeffadhe yookaan rigadhe akkami soomana ni miidhaa?

 

Deebisaa: Walumaa galattuu gaafiin tantee halkan irraa yoo taate, halkan waa cuftinuu siif halaali. Yoo guyyaa taate ammoo salaata fajrii irraa eegalii hamma salaata Maghribaatti guyyaa cufa wuduua cufarrattillee siwaakkachuu dandeessa garuu wanni ati irraa uf eegdu qoosha siwaaka faranjii tana. Qooshaan tun ni mi’oofti. Yoo uf eeguu danda’a jette humaa hin qabdu. Garuu qooshaa faranjiidhaa halkan swaakkachutu caalaa. Maaliif jennaan bakka tanatti keessa nama duraa dabruulleen ni mala jecha.

 

 

Dr. Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 113

Kanas dubbisi!

82: Qadaa Soomanaa akkamitti deebisa?
60: Soomana namaaf soomanuu niin dandayaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button