header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

263: Nama du’e eega awwaalamee booda qabrii isaa irratti ni salaatamaa?

  • Home
  • Salaata
  • 263: Nama du’e eega awwaalamee booda qabrii isaa irratti ni salaatamaa?
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Ziyaaraan qabrii abbaa ziyaaran akkamii? Qabrii abbaa zihaaruun ni taati akkasuma irratti salaatuun ni taatii?  As wr wb jettee itti qaraatee du’aahii gooteefii biraa galtaa salaanni itt salaatan kun ammoo salaata akkamii?

 

 

Deebisaa: Salaata jechuun salaatul janaazuma. Yoo ati dhaqabattee salaatul janaazaa irratti hin salaatin qabrii abbaa keetii kama namni awwaalee gale torbaanittuu haata’uu, ji’attuu haa ta’uu, ati yeroma dhufte salaatul janaazadhuma dhaabattee irratti salaatta salaata aadaa kaanii miti.

 

 

Sheik Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 6
Views: 244

Kanas dubbisi!

267: harka kiyya waa namuran sooma keessa akkamin ta’a?
261: Salaata keessa du’aa’ii Afaan arabaatiin alatti godhuun akkami?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button