header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

87: Nama du’eef sadaqaa horii qaluun ni tahaa?

Estimated reading time: < 1 min

Haadhaaf abbaa kiyyaaf sadaqaa horii yoon qaleef akkami?

 

Deebisaa: Sadaqaan nama du’e irraa qalan horii qalaa jechuun hin jirtu. Sadaqaan namni keenya warri Afrikaa aadaa godhatee foonitti fiigu tun wallaala irraahi. Hulaan sadaqaa baldho. Nama kee ka du’e horii qaltee foon jiraas hiruu ni dandeessa. Soommanaa fa’a hiraaba, afxira gootee nyaachisuu ni dandeessa. Maqaa nama du’eetiin eela qotuu, masjiida ijaaruu, masjiida ibsuu, Qur’aana masjiida keessa kaayuu, aalima tokko ka barsiisu gargaaruu, ijoollee waa barattu ta humaa hin qabneef kitaaba bituufii, hulaan sadaqaa tuulaadha. Tan Rabbiin si dandeessise hojjadhu.

 

 

Dr. Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 311

Kanas dubbisi!

98: Ajnabii wajji Whatsapp irratti Qara’uun akkami?
73: Manzuumaa dhaggeeffachuun akkami?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button