COVID-19
-
Afrikaa

Guutuu Addunyaa keessatti lakkoofsi namoota Vaayirasii koroonaatiin qabamanii miiliyoona 10 dabre
Weerarri Vaayirasii koroonaa ji’a jaha dura Chaayinaa keessatti ka’e guutuu addunyaa keessa tatamsa’uun, hanga guyyaa har’aatti namoonni 10,105,629 vaayirasichaan qabamuu…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATES June 27, 2020
Ministeerri Fayyaa Itoophiyaa Qorannoo laaboraatorii sa’aa 24’n dabre keessaatti namoota 5552 taasiifameen namoonni faalaman 145 argamu fi lubbuun nama 5…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATES June 26, 2020
Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 250 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise Ministeerri Fayyaa ibsa Jum’aa har’aa…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATES June 25, 2020
Itoophiyaatti lakkoofsi Namoota COVID-19’n qabamanii 5175 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti qorannoo laabratoorii namoota…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATES June 24, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 5,034 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATES June 23, 2020
Itoophiyaatti lakkoofsi namoota COVID-19 qabamanii 4,848 gahe Qorannoo laaboraatorii sa’aa 24’n dabre keessa namoota 3773’f taasifame jidduu, haarayatti namoonni 185…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa weerarri Vaayirasii Koroonaa haala yaaddeessaa taheen deebi’ee hammaataa jira jedhe
Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa weerarri vaayirasii karoona ammaas haala yaaddeessaa taheen dabalaa jiraatuu ibsuun, Alhada kaleessaa addunyaa irratti guyyaa tokkotti lakkoofsa…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Naannoo Oromiyaatti lakkoofsi namoota COVID-19’n qabamanii 251 gahe
Qorannoo COVID-19 naannichaatti sa’aa 24’n dabre keessaatti namoota 240’f taasifameen, namoonni qabaman 16 argamu biiroon fayyaa naannichaa beeksise. Namoonni 16’n…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATES June 22,2020
Itoophiyaatti Namoota 3238 kan qorannoon COVID-19 taasifameef jidduu Namoonni Faalaman 131 argamu ibsame. Qorannoo dhibee Koroonaa Vaayiras sa’aa 24’n dabre…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATES June 21, 2020
Itoophiyaatti lakkoofsi namoota COVID-19 qabamanii 4532 gahe Ministeerri Fayyaa Itoophiyaa qorannoo COVID-19 sa’aa 24’n dabre keessa namoota 4457’f taasifame jidduu,…
Guutuu Dubbisi »










