og barruu
-
Akhlaaqa
Gaafa garii Rabbiin warra badii kanaaf taha
Jal’inaafi daguutti jiraachuu isaanii osoo beekuu beekaa itti bal’isa. Qaba qabaaf. Waan nyaataniif hin rakkatan, quufanii taphaaf dirretti akka yaa’an…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
A M A N A M U M M A A
© Abuu Ibtisaam Bara durii Mootii gaarii tokkotu jira. Mootiin kun umriin isaa gara dullummaa deemaa jira. Akkasumas dhukkubni waan…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Kallattii Islaamni Itoophiyaa keessa Babal’ate
©Ustaaz Gaalii Abbaaboor Kutaa 3ffaa Gahee godaansi booda sahaabaa Islaama babal’isuu keessatti qabu Booda sahaabotaatii godaantonni Muslimootaa biyya kana irratti…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Kallattii islaamni Itoophiyaa keessa Babal’ateefi mootummaa Islaamaa ijaare
©Ustaaz Gaalii Abbaaboor Kutaa 2ffaa Ashaaraa godaansa sahaabaa kan jalqabaafi lammataa Biyyi Habashaa yeroo dachiin Arabaa Muslimoota irratti dhiphattee of…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Kallattii Islaamni Itoophiyaa keessa babal’ateefi Mootummaan Islaamaa Hundeeffame
©Ustaaz Gaalii Abbaaboor Kutaa 1ffaa Akka Seenessitoonniifi Qo`attoonni walii galanitti Islaamni baha Afrikaa hundaafi Habashaa keessa karaa nageenyaatiin seenuudhaan baballateera.…
Guutuu dubbisi... -
Fayyaa
PUBG hin taphatinaa!
PUBG’n (PlayerUnknown’s Battlegrounds) geema mobaayila irratti fe’amu yoo tahu, ijoolleen teenya hedduun jaalala Geema PUBG kana akka qaban argine, keessumattu…
Guutuu dubbisi... -
Ibaadaa
Dalagaan gabroottanii bifa 3n ol fuudhamti
1. Guyyuu ganamaa fi galgala. 2. Torbaanitti Isniinaa fi Kamisa. 3. Waggatti ji’a Sha’baan kana keessa. Kanaaf ergamaan Rabbii Muhammad(SAW)…
Guutuu dubbisi... -
Akhlaaqa
Waan balaa nurraa fageessee badhaadhinatti nu geysu beytuu?
Wantoota gammachuu fi Rizqii fidan keessaa tokko, harka qalleeyyii gargaaruudha. Waanuma qabduun tirsitee isaanif if gad qabuudha. Nama miidhame(Zallamame) cinaa…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Dubbiin Awwaannisaa Qur’aana keessatti ibsamtee?
Yeroo ammaa kana biyya keenya iddoo gara garaatti hoomaan Awwaanisaa oomisha qotee bulaa barbadeesutti jira. Miidhaan balleysee, miidhaa hamaatu oomisha…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Dubartiin Hijaaba waliin bareeddi
Dubartiin Hijaaba waliin bareeddi. Faaya kanaan miidheydee ifti. Kabajaafi seenaa gaariis akkasiin arkatti. Tole jattee qooda isiif kenname jaalattee Rabbii…
Guutuu dubbisi...