-
Odeeyfannoo

Walitti bu’iinsa Barattoota Yuunivarsitii fi humnoota tika mootummaa jiddutti uumameen barattoonni hedduun miidhamuu gabaafame
Rakkoo godinaalee Oromiyaa gama Lixaatti uumameen tajaajilli bilbilaa fi Interneeti addaan cituu, akkasumas dhimma tasgabbii dhabinsaatiin wal qabatee “yaaddoo qabna”jechuun,…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Hogganaan Omaan Sulxaan Qabuus Bin Sa’id amrii ta’e
Manguddoon waggaa 79 Sulxaan Qabuus Bin Sa’id yeroo dhihoo as dhukkubsatee Beljiyeem fi Jarman keessatti kan yaalamaa ture akka taheefi,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ameerikaan qondaaltota Iiraan fi dhaabbilee biyyatti irra qoqqobbii haaraya kaahuu beeksiste
Qondaaltonni Ameerikaa akka jedhanitti, qoqqobbiin haarayatti Iiran irra kaahame kun, haleellaa Arba’aa dabre buufata waraana Ameerikaa irratti raawwatameen kan wal…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Manni Maree Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa ibsi prezdaantiin naannoo Amaaraa kenne hawaasa muslimmaa qoqqooduuf kan yaadame jedhe
Manni Maree Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa, ibsi prezdaantiin naannoo Amaaraa haleellaa Masjiidota Mooxaa ilaalchisee kennne, ammas mootummaan naannichaa rakkoo muslimoota irra…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Iraan haleellaan ganama har’aa buufataalee waraana Ameerikaa irratti raawwatte gahaa miti jette
Iiraan haleellaa ganama har’aa buufataalee waraana Ameerikaa lama irratti raawwattee ilaalchisee ibsa kenniteen, tarkaanfiin haaloo bahuu kun gahaa miti jette.…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Bulchiinsi Traamp fi Qondaaltonni waraana Ameerikaa dhimma loltoota isaanii Iraaq keessaa baasuu irratti kan wal dhaban tahuu gabaafame
Ajjeechaa Jum’aa dabre Ameerikaan Baagdaad keessatti raawwatte hordofuun, Paarlaamaan Iraaq wixinee seeraa waraanni Ameerikaa biyyattii keessaa akka bahu gaafatu Alhada…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Paarlaamaan Iraaq Wixinee seeraa waraanni Ameerikaa akka biyya isaaniitii bahu gaafatu raggaasise
Ajjeechaa Jum’aa dabre Ameerikaan Baagdaad keessatti hogganaa ol’aanaa waraana Iiraan irratti raawwatte hordofuun, mootummaan Iraaq Alhada har’aa wixinee seeraa waraanni…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Gareen hidhattoota Somaaliyaa buufata waraana Ameerikaa Kibba Baha Keniyaa keessatti argamu haleeluu gabaafame
Hidhattoonni Somaaliyaa Alhada har’aa buufata waraana Ameerikaa kan Kibba Baha Keeniyaa Kutaa Laamuu jedhamtu keessatti argamu irratti haleellaa kan raawwatan…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Walitti gaarrifannaan Ameerikaa fi Iraan jiddutti hammaataa dhufe baha jiddu galaa keessatti sodaa guddaa uumee jira
Ameerikaan Jum’aa kaleessaa ajajaa ol’aanaa waraanaa Iiraan Jeneraal Qaasim Suleeymani Baagdaad keessatti eega ajjeeftee booda, baha jiddu galaa keessatti sodaan…
Guutuu Dubbisi » -
Awustraaliyaa

Ibiddi Bosona Awustiraaliyaatti qabate lubbuu namaa fi qabeenyaa heddu galaafataa jira
Haala qilleensa yeroo ammaa Awustiraaliyaa keesstti akka malee ho’aa ta’een wal qabatee, ibiddi kutaalee biyyattii gara garaa keessatti ka’e bosona…
Guutuu Dubbisi »










