-
Odeeyfannoo

Sheikh Zubeyr Huseen Gama Ganda Aakiraa Godaanan
INNAA NILLAAHI WA INNAA ILEEYHI RAAJI’UUN Godina Arsii Bahaa Aanaa Sirkaa Ganda Gaadotti kan dhalatan Sheikh Zubeer, Ijoolummaa isaanii irraa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Furdinni Daangaa Dabre Lubbuu Nama Hedduu Galaafachutti Jira
Addunyaan wantoota ajaa’ibaa hedduun guutamteerti. Wanti guyyuu dhageenyu waan addaati. Dhugaa duraan waan beeknu seenu qorannoo addaatiin yoo dhageenyu ajaa’iba…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Siimkaardiin Telefoonaa Hafuuf Deema
Guddinni teknoolojii guyyarraa guyyatti fooyya’aa deemutti jira. Warshaaleen meeshaa elektirooniksii oomishan hundi waan 5 irratti haalaan xiyyeeffatan. Tokkoffaan guddina meeshaa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Arrabni Bineensa Kanaa Qaama Isaa Caalaa Dheerata
Uumamni kun boca qaamaatii fi amala adda addaatiin awwaaldiigessaan kan wal fakkaatu yoo ta’u, maqaan isaatis Paangolin jedhama. Paangoliin sanyiiwwan…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Biyya Addunyaarraa adda taate
Biyyoonni addunyaa hundi aadaa fi duudhaa addaa qabu. Seenaan isaaniitis kan garagaraati. Warri walitti hidhannoo qabuu fi seenaa qooddatus hin…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Waldayni Tola Ooltummaa Wahdaa Ummataa Yaa’ii lammaffaa Gaggeesse
Hundeeffamni isaa Baatii 6 dura kan ta’e Waldayi tola Ooltummaa Wahdatul Ummaah; Godinaalee Torba (7) Godina Wallaggaa Afran, Shawaa Lixaa,…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Shafaa’aa Nabii beytuu?
Shafaa’aa jechuun araara. Magantaa ykn manguddummaa bu’aa buusuuf ykn rakkoo deebisuuf godhamtu. Guyyaa Qiyaamaa Malaa’ikaan, ergamtootaafi Saalihtoonni namoota Rabbitti amananii…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Uumama Mana Fincaanii Qabu
Maqaan uumama kanaa Nilgaay jedhama. Nilgaay sanyiiwwan arroolee keessaa isa guddaadha. Uumamni kun hedduminaan biyya Indiyaa keessatti argama. Dabalataanis gaarreen…
Guutuu Dubbisi »










