-
Og-Barruu

Uumama akka bubbeetti fiigu
Uumamni kun sanyii Arroolee yoo ta’u, maqaan isaatis Pronghorn (Proon Hoorn) jedhama. Biyyoota Ameerikaa kaabaa keessa sanyii Pronghorn afurtu jira.…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Allaattii akka jaarsaafi jaartiitti waliin jiraatu
Uumamni kun Oospireey jedhama. Oospireey Sanyii Allaattii yoo tahu, maqaa biraa kan ‘culullee Qurxummii’ jedhamuunis ni waamama. Maqaan kunis, heddumminaan…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Leenci bineensa dalagaa hin jaalanne kan guyyaa guutuu ciisaa oolu tahuu quba qabduu?
Qorattoonni Rabbiin beekumsa addunyaatiin isaan badhaase, halkaniifi guyyaa uumamaalee adda addaa qorachutti jiru. Qorannoon isaanii kun akka ibsutti; addunyaan tun…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Jaldeessa akkaan qaanfatu
Maandiriil Sanyiiwwan Jaldeessa keessaa isa guddaadha. Namoonni hedduun Sanyii Maandiriil kana sanyii Jaldeessa kan Baboon jedhamuun tokkuma seehu. Haa ta’u…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Re’ee bosonaa kan hallayyaa hin sodaanne
Uumamni kun ijaarsa qaamaatiin gadamsa biyya teenyaatiin wal fakkaataadha. Uumamni gadamsa fakkaatu kun, wanta ajaa’ibaa Rabbiin isa badhaase qaba. Maqaan…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Biqiltoonni maaliif ifaa aduutiin hin miidhamne?
Lubbu qabeeyyii dachii tanarra jiraniif biqiltootni haalaan barbaachisoodha. Dubbii tana haalaan hubachuudhaaf dura gaafii gaafatuu qabnutu jira. Ilma namaatiif wanti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hooggantoonni Mana Marii dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Ambaasaaddara Iraan Waliin mari’atan
Jiilli Mana Marii dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa kan Sheikh Hajjii Ibraahimiin durfamu, Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Iraan kan ta’an Mr Saamaad Alii waliin…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Bineensa Baaynaakulaara ijarraa qabu
Bineensi kun Looris jedhama. Sanyiin uumama Looris jedhamuu kun 10 akka jiru kan beekkame yoo ta’u, hunduu biyyoota kibba baha…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Giddu galli Islaamaa Taawfiiq Islamic Center Saamame
Masjiidni Taawfiiq ( Tawfiq islamic center) kan Minesootaatti aragamu qaama hin beekamneen Guyyaa Alahadaa September 4 / 2022 kan saamame…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Wanti kun uumama moo Pilaastika?
Uumamni Rabbii keenyaa lakkaawamee hin dhumu. Inni waan fedhe akka fedhetti haala fedhetti uuma. Wanti inni fakkeenya irraa laallatu hin…
Guutuu Dubbisi »










