-
Odeeyfannoo

Majliisni Naannoo Amaaraa bifa haarawaan hundeeffame
Dhiheenya kana hoggantoonni Majliisa federaalaa gara naannoo Amaaraa imaluun isaanii ni yaadatama. Imala Isaanii kanaanis Muslimoota naannichaa waliin mari’atanii kan…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Namni gama dachii tanaa imale lubbuun hin deebi’u
Dachiin irra jiraannu tun uumamaalee mimmiidhagoo hedduun faayamtee jirti. Ilmi namaatis faaya uumamaa kana daawwachaa ittiin if gammachiisa. Namni fooqii…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Allaattiin tun yeroo garii qurxummii gurguddaa liqimsitee hudhamtee duuti.
Allaattii naannoo bishaanii jiraattu tun Afaan Amaaraatiin “Ye wuha waf /የዉሃ ወá”jedhamti. Afaan Ingiliffaatiin ammoo Heron jedhamuun beekamti. Allaattiin tun…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hooggantoonni Mana Marii dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Gara Naannoo Sidaamaa imalan
Dhiheenya kana hoggantoonni Majliisa federaalaa daawwannaa naannolee adda addaa eegaluun isaanii ni yaadatama. Haaluma Kanaan guyyaa har’aa (September 3, 2022)…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Qurxummii Lukkuu Gaalaanaa jedhamuun beekamu beeytuu?
Qurxummiin Albaakoor jedhamuun beekkamu kun gosa qurxummiilee soorataaf oolan kan Tuna jedhamuun beekkaman keessaa isa tokko. Dabalataanis maqaa ‘lukkuu galaanaa’…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Duuti Qurxummii kanaa ajaa’iba addaa qaba
Waa’ee qurxummii Blue whale amma dura isinii dhiheessinee turre. Qurxummiin kun haalaan guddaadha. Uumamaalee dachii tanarra jiran keessaa guddinaafi ulfaatinaan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hooggantoonni Ol’aanoon Mana Maree dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Magaalaa Bahar Daar seenan.
Prezdantii Majliisa Federaalaa Sheikh Hajjii Ibraahim fi itti aanaan isaanii Sheikh Abdulkariim Sheikh Badraddiin, haaromsa Majlisa haarawaatiif haala mijeessuuf Naannoo…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Bineensi kun guyyaa walakkaaf soorata malee turraan ni du’a
Bineensi hantuuta fakkaatu kun Shiriiw jedhama. Ardii Awustraaliyaa fi Antaarkitikaa malee, ardiilee hafan hunda keessatti ni argama. Bocni qaama isaa…
Guutuu Dubbisi » -
Gorsa











