-
Odeeyfannoo

Manni Marii Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Ambaasaaddara Emereets waliin mari’achuu beeksise
Jilli mana maree dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa kan Sheikh Hajjii Ibraahimiin durfamu, Itiyoophiyatti Ambaassaddara UAE waliin kan mari’ate tahuu beeksise. Marii…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Harki namticha kanaa waggaa 45 oliif gad hin deebine
Fuulli namaa eenyummaa namaati. Namni hundi osoo mudaa takkallee fuularraa qabaachuu baatee fedha. Garuu addunyaan tun akkasitti hin uumamne. Uumamni…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Haadhaa fi Abbaatti Tola Ooluu
Abbaan keenya Aadam (AS) biyyee irraa uumame. Haati teenya Hawwaanis lafee cinaacha isaa irraa argamte. Kana booda ilmaan jidduu isaaniitii…
Guutuu Dubbisi » -
Qormaata

-
Og-Barruu

Qurxummii Elektiriikaan nama gubu
Arraan tana nuti hundi Smartphone fayyadamna. Meeshaa elektrooniksii heddu mana qabna. Meeshaaleen elektrooniksii hammayyaa irra hedduun baatriidhaan hojjatu. Osoo baatriin…
Guutuu Dubbisi » -
Kuusaa

-
Og-Barruu

Bofa summii ijatti nama biifu kana fagotti irraa goraa.
Bofa Xaraa ijaan argitanii beeytuu? Bofni Xaraan sanyiiwwan bofaa akkaan sodaataman keessaa isa tokko. Biyyoota eeshiyaa gama Kibba bahaa jiran…
Guutuu Dubbisi » Manni Marii Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Imbaasii Sa’uudii waliin mari’ate
Manni marii dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa imbaasii Sa’uudii waliin wal barnootaa fi Marii gaggeessuu Perezdaantiin M/M/Dh/I/Itiyoophiyaa Sheikh Hajjii Ibraahim himan. Imbaasiin…
Guutuu Dubbisi »-
Og-Barruu

Ummanni Magaalaa tanaa hundi hulaa banaa dhiisee bula
Addunyaan irra jiraataa jirru tun biyyoota 200 ol qabdi. Biyyoonni kunniin magaalaa fi gandoota heddu qaban. Akkuma heddumina magaalotaatti haalaa…
Guutuu Dubbisi » -
Gorsa

Dubbii addaan baafadhaa!
Rabbiin ol tahe akkana je’e: Yaa warra amanatan, yoo namni Faasiqaa (ajaja Rabbii irraa bahaa tahe/cubbaawaan) oduun isinitti dhufe, addaan…
Guutuu Dubbisi »








