Salawaata Buusuu
Irra caaltuun hojii ajaja Rabbii fi Malaa’ikaan akkasuma Mu’mintoonni irratti waliif galani. Sunis Muhammad irratti Salawaata buusuudha. Mee Aayata Suuraa…
Guutuu Dubbisi »Sadarkaa nama fursiisuun qabdu
Hadiisa Zeyd ibn Khaalid al-Juhaniyyiin odeyseen ergamaan Rabbii(SAW) “namni nama Soommanaan oole fursiise, osoo ka Soommane sanirraa humaa hin irratin…
Guutuu Dubbisi »-
Og-Barruu

Balaa Makiinaa
Teknolojii addunyaan tun argattee irraa fayyadamaa jirtu keessaa tokko makiinaadha. Makiinaan ilma namaatiif faaydaa heddu qaba. Makiinaan jalqaba hojjatame kam…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Bactrian Camel, Gaala Dalluu Lamaa
Uumamni kun sanyii Gaalaati. Gaalli uumama gammoojjii keessa hedduminaan argamu akka ta’e ni beekama. Haaluma kanaan akkaataan uumama gaalaa, oowwaa…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Uumamaa fi Guddina Ulfaa
Qur’aanni Jecha Rabbii kan Inni Nabiyyii Isaa Muhammad (SAW) Irratti buuse. Rasuulli (SAW) Qur’aana kana qomaan haffazanii, sahaabota isaanii barreessisiisaa…
Guutuu Dubbisi » -
Akhlaaqa

April Fool’s day/Guyyaa Gowwootaa
Guyyaan har’aa kun warra lixaa biratti ‘April The Fool’s day’ jedhamuun beekkama. Hiikaan isaatis guyyaa gowwootaa jechuudha. Kunis guyyaa itti…
Guutuu Dubbisi » -
Akhlaaqa

Qulqullina
Muslimoonni sadarkaa addunyaatti qulqullinaan beekamu. Hawaaasni addunyaa guutuun qulqullinaaf bakka guddaa kenna. Islaamummaan garuu san biras dabree qulqullummaa dirqama godha. Muslimni…
Guutuu Dubbisi » -
Akhlaaqa

Doktor Faaximaa
Yunivarsiitii Aleksaandiriyaatti, Proofeesara damee fayyaa kan taate dubartiin takka, gara gola barattoota isii seentee, “Assalaamu ALeeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu”jette. Barattoonnis sagalee…
Guutuu Dubbisi »








