-
Koroonaa

Itoophiyaatti Guyyaa Har’aa Namoonni 7 COVID-19’n du’uun gabaafame
Itoophiyaatti qorannoo COVID-19 sa’aa 24’n dabran keessaatti namoota 4809’f taasifameen namoota 116 irratti Vaayirasiin kun kan argame ta’u Ministeerri fayyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Naannoon Sidaamaa Naannoo Kibbaa irraa fottoquun ifatti hundeeffame
Manni Maree Naannoo Kibbaa wal gahii ariifachiisaa Khamiisa har’aa geggeesseen Naannoon Sidaamaa ifatti hundeeffamuu labse. Manni marichaa wixinee seeraa angoo…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATES June 18, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 3,954 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Prezdaant Tramp Wixinee Labsii dararaa Muslimoota Wiigar irratti raawwatamu dhaabsisuuf Kongirasiin dhiheesseef mallatteesse
Kongirasiin Ameerikaa dararaa mootummaan Chaayinaa Muslimoota Wiigar irratti raawwatu dhaabsisuuf, Chaayinaa irra qoqqqoobbiin akka kaahamu wixinee qophaahe ji’a dabre sagalee…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Gaaffii Godinni Ummata Silxee akka Naannoo tahuuf dhiyaate irratti Mariin geggeeffame
Manni marii ummata godina Silxee Guraandhala 2,2012, gaaffii godinichi, Bulchiinsa naannoo Sabaa fi Sablammoota kibbaa jalaa akka bahuuf, ummanni dhiheesse…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

COVID-19 UPDATES June 17, 2020
Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 129 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise Ministeerri Fayyaa ibsa Arba’aa har’aa…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Itti aanaa Prezdaantii Suudaan Jeneraal Muhammad Hamdaan Dagaaloo Finfinnee seene
Jilli mootummaa Suudaan Itti aanaan Prezdaantii Jeneraal Muhammad Hamdaan Dagaaloo durfamu har’a Finfinnee yeroo seenetti, Itti aanaan Muummicha Ministeeraa Obbo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Jilli Abbootii Amantaa fi Jaarsolii Biyyaa Qondaaltota Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Tigraayi waliin Mari’atan
Jilli Abbootii Amantaa fi jaarsolii biyyaa dhaabilee Amantaa Itoophiyaatiin durfame, waldhabbii mootummaa Federaalaa fi Bulchiinsa Naannoo Tigraayi jidduu jiru ilaalchisee,…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Prezdaantiin Taanzaaniyaa Parlaamaa Biyyattii diige
Bara 2015tti aangoo biyyattii kan qabate Prezdaant John Magufulii, filannoo biyyoolessaa onkololeessa dhufu keessa ni geggeeffama jedhamee eegamun duraatti Paarlamaa…
Guutuu Dubbisi »










