-
Og-Barruu

Bineensa hin dhukkubsanne
Dhaabbileen addunyaa gurguddoon yeroo ammaa maal irratti akka wal dorgomaa jiran beeytuu? Mee fakkeenya gabaabduu isinii kennina. Telefoonuma barruu tana…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Shafaa’aa Nabii beytuu?
Shafaa’aa jechuun araara. Magantaa ykn manguddummaa bu’aa buusuuf ykn rakkoo deebisuuf godhamtu. Guyyaa Qiyaamaa Malaa’ikaan, ergamtootaafi Saalihtoonni namoota Rabbitti amananii…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Uumama Mana Fincaanii Qabu
Maqaan uumama kanaa Nilgaay jedhama. Nilgaay sanyiiwwan arroolee keessaa isa guddaadha. Uumamni kun hedduminaan biyya Indiyaa keessatti argama. Dabalataanis gaarreen…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Dhaabbatni Fayyaa Addunyaa shirooppota qufaa Afur irratti akeekkachiisa baase
Gaambiyaa keessatti daa’imman 66 shirooppii qufaa Indiyaa keessatti oomishaman dhuganii akka du’an gabaafame. Kanuma hordofuun Dhaabbanni fayyaa Addunyaa (WHO)n gosa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Kamtu Qeerransa?
Waggoota dabran 6f waa’ee bineensota garagaraa isiniif dhiheessaa turree jirra. Yeroo kanatti uumamaalee beeknuu fi hin beekne hedduun wal barree…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Korri Waliigalaa Ulamoota Ityoophiyaa geggeeffamaa jiara
Manni maree dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa guyyaa har’a hundeeffama yaa’ii ulamoota Ityoophiyaa Finfinnee hoteela Giyoonitti gaggeessaa jira. Korri waliigalaa ulamoota Ityoophiyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Allaattii Qoffee Kophee
Biyya olla teenyaa tan taate Sudaan irraa kaasee haga Zaambiyaa uumama bal’ifatee jiraatu tokko waliin daawwanna. Uumamni kun dachii bal’aa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Bineensi Kun Ameerikaa Keessatti Ifaa Dhaamsaa Biyya Rakkise
Dhaabbanni humna ibsaa Ameerikaa akka himetti, bineensi squirrel jedhamu irra deddeebiidhaan ifaa Ameerikaa hedduu balleessuun beekama. Ameerikaa keessatti ifaan yeroo…
Guutuu Dubbisi »










