-
Qormaata

Sibiila garaa keessatti irraanfatame
Ilmi namaa ni dogongora. Kun amala ilma namaati. Namni hin dogongorre namaa miti. Dogongorri bakka hunda jira. Gariin haasawarratti dogongoree…
Guutuu Dubbisi »-
Qormaata

-
Og-Barruu

Hafuurri(Dhuufuun) Intalaa Xayyaara Qilleensarraa Buuse
Bara 2016 keessa xayyaarri tokko Magaalaa Washington irraa ka’ee gama Dallas imala jalqabe. Akkuma imala jalqabanii daqiiqaa muraasa turanii booda…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Billaacha bineensota heddu gowwoomsuun beekamu
Uumamni kun sanyii billaachaati. Afaan Ingiliffaatiin Peacock Butterfly jedhama. Piikook Sanyii Allaattii hogguu ta’u, allaattiiwwan bareedinaan beekkaman keessaallee isa tokko.…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Nyaata kana funyaan qabattu malee itti hin dhihaatin.
Foon Jajii beeytuu? Bara durii yeroo firiijni hin jirre haawwonni teenya tooftaa addaatiin foon yeroo dheeraaf tursiisan. Foon yoo…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Bofa kana yoo argitan fiigichaan naannoo sanii baqadhaa! Tafakkur- Black Mamba
Imalli keenya har’aa gara afrikaati. Naannoo Baha Afrikaafii naannoo biyyoota kibba Afrikaa dhaynee uumama hamaa tokko waliin daawwanna. Uumamni kun…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Mana isaa keessatti huccuu mulqannaan hidhame.
Seerri ilmi namaa baasu kan waa hunda guttate hin jiru. Yoo Gama tokkoon laafee ummataaf bilisummaa irraa boodaa kennes, gama…
Guutuu Dubbisi »









