-
Akhlaaqa

Adaba Iidaa
Ramadaana tokko jennee jalqabne amma gara xumuraatti dhihaannee jirra. Torbaan sadih dura yeroo seenu fagoo nutti fakkaate, amma ammoo isa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Bosona Amaazoon
Ilmi namaa waan magariisa haalaan jaalata. Qorannoowwan hedduun akka mul’isanitti cuquliisatti aanuun sadarkaa lammaffaarratti kan ilma namaatiin jaalatamu halluu magariisa.…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Ardii Antaarkitikaa
Dachiin irra jiraannu tun haalaan guddodha. Dachii tana dhibbeentaan 75 ol bishaaniin uwwifamee jira. Ardiileen gurguddoon ilmi namaa irra jiraatu…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Biyyoota Bultii yookaan gaa’ela diiguu seeraan dhoorkan
Bultii ijaaruun wantoota jaalatamoo keessaa isa ijoodha. Haawaasa addunyaa hunda biratti bultii jaarratanii ilmaan horanii jiraachuun waan jajjabeeffamu. Faallaa kanaatiin…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

African Civet (Sivet) Ykn Xirinyii
Uumamni kun Afriikaa keessatti argama. Afriikaa keessaallee, biyyoota gammoojjii sahaaraa gaditti argaman keessa hedduminaan argama. Sanyiiwwan Civet (xirinyii) Afriikaa keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Bineensota harkifatoo (Suutumee)
Rabbiin (SW) uumama dachii tanarra jiru bifa garagaraatiin uume. Uumamni hundi kennama Addaa kenname. Uumama garii bifaan bareechee uume, garii…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Sammuu ilma namaa
Qaamni ilma namaa diizaayina addaatiin uumame. teknoolojii hin dulloomne, kan yeroon irra hin tarre dizaayinii uumamaati. Qaamni ilma namaa akka…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Ajaa’iba Baruumsaan Wal Qabatu
Barnootni bu’uura waa hundaati. Namni barate waan dalagu beeka. Barumsi hawaasa tokko qaree qaroomsuu dandaya. Hiyyummaa keessaa baasee duroomsa. Doofummaa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Aye Aye
Akkuma beekamu bosona keessa uumama ajaa’ibaa heddutu argama. Bosona Madagaaskar keessattis uumama addaa halkan halkan qofa socho’u tokkotu jira. Eega…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Ajaa’iba Du’aan Wal Qabatu
Tan namuu irraa hin oolle. Tan dheessanii jalaa hin baane. Dureessa jettee tan nama hin sodaanne. Hiyyeessa jettee tan namaa…
Guutuu Dubbisi »






