Salawaata Buusuu
Irra caaltuun hojii ajaja Rabbii fi Malaa’ikaan akkasuma Mu’mintoonni irratti waliif galani. Sunis Muhammad irratti Salawaata buusuudha. Mee Aayata Suuraa…
Guutuu Dubbisi »Sadarkaa nama fursiisuun qabdu
Hadiisa Zeyd ibn Khaalid al-Juhaniyyiin odeyseen ergamaan Rabbii(SAW) “namni nama Soommanaan oole fursiise, osoo ka Soommane sanirraa humaa hin irratin…
Guutuu Dubbisi »-
Og-Barruu

Allaattii Paafiin (Puffin)
Paafiin sanyii xiqqoo seabird ykn simbira bishaanii keessatti ramadama. Simbira bishaanii jechuun maal jechuudha jettanii hin ajaa’ibinaa. Simbira bishaan…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Ajaa’iba Hirriibaa
Ilmi namaa uumama hir’ina qabuudha. Qaama dadhabu kenname. Jireenya isaa tolfachuuf hojjachuun dirqama isaati. Namni hojjatu ammoo ni dadhaba. Namni…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Warra Jireenya Rabbii Ragaan Mirkaneeffachuu Fedhuuf!
Jaarraa dheeraadhaaf ilmi namaa Gooftatti amanaa ture. Haalli itti gabbaran garaagarummaa haa qabaatu malee, namni hundi gooftaa gabbaru qaba. Ummanni…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Balaa Makiinaa
Teknolojii addunyaan tun argattee irraa fayyadamaa jirtu keessaa tokko makiinaadha. Makiinaan ilma namaatiif faaydaa heddu qaba. Makiinaan jalqaba hojjatame kam…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Amantii Dhugaa
Akkuma bifti namaa gaaraa garummaa qabu, haalaafi amalli namaatis wal dhaba. Amantiifi ideology namaatis adda adda. Namni hundi akka itti…
Guutuu Dubbisi » -
Akhlaaqa

Dhukkuba Kaayyoo Dhabuu
Hundi keenya kaayyoo qabna. Namni barumsa baratu, kaayyoon isaa waanuma 2 yookaan guddatu waa 3 hin dabru. Takkaa beekumsa argachuu,…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Bactrian Camel, Gaala Dalluu Lamaa
Uumamni kun sanyii Gaalaati. Gaalli uumama gammoojjii keessa hedduminaan argamu akka ta’e ni beekama. Haaluma kanaan akkaataan uumama gaalaa, oowwaa…
Guutuu Dubbisi »








