-
Og-Barruu

Salaatarraa eeysa jirra?
Salaanni Hundee Islaamaati, Arkaana Islaamaa lammaffaadha. Salaanni wudu'a malee fayyaa hin taatu. Salaatatti seenuuf wudu'a goona. Wudu'a salaataaf jecha goonuun…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Uumamaa fi Guddina Ulfaa
Qur’aanni Jecha Rabbii kan Inni Nabiyyii Isaa Muhammad (SAW) Irratti buuse. Rasuulli (SAW) Qur’aana kana qomaan haffazanii, sahaabota isaanii barreessisiisaa…
Guutuu Dubbisi » -
Tana Quba Qabduu

Wantoota Ajaa’ibaa
Biyya hindii keessa aadaa ajaa’ibaa tokkotu jira. Gandoota baadiyaa heddu keessatti, intalti dubraa 1 yoo dhalattu, kabajaa isiitiif jecha muka…
Guutuu Dubbisi » -
Akhlaaqa

April Fool’s day/Guyyaa Gowwootaa
Guyyaan har’aa kun warra lixaa biratti ‘April The Fool’s day’ jedhamuun beekkama. Hiikaan isaatis guyyaa gowwootaa jechuudha. Kunis guyyaa itti…
Guutuu Dubbisi » -
Akhlaaqa

Qulqullina
Muslimoonni sadarkaa addunyaatti qulqullinaan beekamu. Hawaaasni addunyaa guutuun qulqullinaaf bakka guddaa kenna. Islaamummaan garuu san biras dabree qulqullummaa dirqama godha. Muslimni…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Kaappiibaaraa (Capybara)
Uumamni Kaappiibaaraa jedhamu kun sanyiiwwan hantuutaa keessatti kan ramadamu yoo tahu, sanyiiwwan kana keessaallee isa guddaa dha. Ulfaatinni isaa kiloograama…
Guutuu Dubbisi » -
Tana Quba Qabduu

Kaanaadaa
Addunyaa tanarra biyyoota 195 oltu jira. Biyyoonni hundi wantoota adda ittin tahaniifi, waan gulantaan dhuunfatanii ittiin beekaman qabu. Biyyoonni hundi…
Guutuu Dubbisi » -
Akhlaaqa

Firummaa
Ilmi namaa ammaan tana dachii tanarra jiru kun akkuma tasaa kan argamee miti. Hundi isaatuu bakka irraa dhufe qaba. Rabbiin…
Guutuu Dubbisi » -
Tana Quba Qabduu

Walitti qabamiinsa gurguddoo
Ilmi namaa sababaa garagaraatiif walitti qabama. Waggaa lama dura Magaalaa Finfinnee galma barkumetti namootni kumaatamaan laakkawaman walitti dhufuun ifxaara addaa…
Guutuu Dubbisi »









