Gaachana Islaamaa
-
Faaydaan Qadaratti Amanuu Maali?
Muslimni tokko qadaratti ni amana. Qadaratti amanuun faaydaa maalii qaba? Rabbiin keenya Subhaanahuu wata’aalaa “innaa kulla shay’in khalaqnaahu bi qadar”…
Guutuu Dubbisi » -
Islaamummaafi Kiristaanummaa Malee Amantiin Biroo Tan Dhufiinsa Nabi Muhammad (SAW) dubbattu Tami?
Gaafattuu: Akkam Oolte Dr Zaakir. Maqaan Kiyya Jal jedhama. Baankii Emirates International keessa hojjadha. Gaafiin kiyya kaniin an siif qabu,…
Guutuu Dubbisi » -
Rabbi Maaliif Dhufee Rakkoo Dachii Tanaa Hin Furre?
Gaafataa: Hayee! Akkam oolte Dr Zaakir Naayik. akkasumas hundi keessanuu? Maqaan kiyya Shurinil Paatlii jedhama. Biyya kanatti Reestoraantii maatii qabna.…
Guutuu Dubbisi » -
An gaafii namoota Muslima hin tahinii deebisuu irratti takkaa hin dadhabu!
Gaafataa: Akkam jirta obboleessa kiyya Jaalatamaa Dr Zaakir. Dadhabdee jirta natti fakkaata. An gaafii salphaa takka qaba. Sikizimii ni beekta.…
Guutuu Dubbisi » -
Dubartoota warra dhihaatii fii tan Muslimaa wal cinaatti
Akka warri dhihaa odeeysutti, dubartiin muslimaa hijaabaan ukkaamamtee gabrummaa jabduu jala jirti. Islaamummaan dubartiidhaaf mirga hin kennu jechaa miidiyaa isaaniitiin…
Guutuu Dubbisi » -
Akka Arabbanii dalagaa malee taajira ta’uuf Qur’aana dubbisee Islaamaye
Kutaa 1ffaa yoo dubbisuu feete LINK kana tuqi. Laali yoo kana amante, yoo kanattis amante, sanittis amanuu qabda naan je’e.…
Guutuu Dubbisi » -
Daa’iin beekamaan kun akkamitti Islaamummaa qabate?
Rabbiin faarsuun jalqabna. Isa faarsina, isa gargaarsifanna, araarama isa kadhanna. Badii teenyarraa isatti maganfanna. Akkasumas hamtuu badiin keenya nutti fidurraa…
Guutuu Dubbisi » -
Paastarichi Akkamitti Gama Islaamummaa Deebi’e?
Hi! Maqaan Kiyya Saamu’el Shraapshayr jedhama. Lammummaan Ameerikaa Yoo tahu, Saudii Arabiyaa keessa jiraadha. Gara Saudii bara 2011 ji’a Sadaasaa…
Guutuu Dubbisi » -
Harama Keessatti dhiiraafi dubartiin maaliif walitti makamanii salaatan?
Gaafataa: Heloo, Maqaan kiyya Mahis Meettaa jedhama. An ammaan tana nama soorama bahe. An biyyoota islaamaa 15 daawwadhee jira. Bakki…
Guutuu Dubbisi » -
Wanti Qur’aanni Dubbate, kan Saayinsiin hin mirkaneessin jiraa?
Gaafataa: Akkam ooltan, hundi keessan. Maqaan kiyya Aadatiyaa jedhama. Channaayitti barataa Injiinariingii waggaa xumuraati. Hordofaa amantii Hinduus tahu, gaafii islaamummaan…
Guutuu Dubbisi »