Og-Barruu
Discover a world of captivating literature in Nuuralhudaa’s ‘Og-Barruu’ category. Immerse yourself in the wonders of nature, unbelievable histories, life advice, health insights, and fascinating science articles. Explore the beauty of knowledge and inspiration through our diverse collection of literature.
-
Duuti Qurxummii kanaa ajaa’iba addaa qaba
Waa’ee qurxummii Blue whale amma dura isinii dhiheessinee turre. Qurxummiin kun haalaan guddaadha. Uumamaalee dachii tanarra jiran keessaa guddinaafi ulfaatinaan…
Guutuu Dubbisi » -
Bineensi kun guyyaa walakkaaf soorata malee turraan ni du’a
Bineensi hantuuta fakkaatu kun Shiriiw jedhama. Ardii Awustraaliyaa fi Antaarkitikaa malee, ardiilee hafan hunda keessatti ni argama. Bocni qaama isaa…
Guutuu Dubbisi » -
-
Harki namticha kanaa waggaa 45 oliif gad hin deebine
Fuulli namaa eenyummaa namaati. Namni hundi osoo mudaa takkallee fuularraa qabaachuu baatee fedha. Garuu addunyaan tun akkasitti hin uumamne. Uumamni…
Guutuu Dubbisi » -
Haadhaa fi Abbaatti Tola Ooluu
Abbaan keenya Aadam (AS) biyyee irraa uumame. Haati teenya Hawwaanis lafee cinaacha isaa irraa argamte. Kana booda ilmaan jidduu isaaniitii…
Guutuu Dubbisi » -
Qurxummii Elektiriikaan nama gubu
Arraan tana nuti hundi Smartphone fayyadamna. Meeshaa elektrooniksii heddu mana qabna. Meeshaaleen elektrooniksii hammayyaa irra hedduun baatriidhaan hojjatu. Osoo baatriin…
Guutuu Dubbisi » -
Bofa summii ijatti nama biifu kana fagotti irraa goraa.
Bofa Xaraa ijaan argitanii beeytuu? Bofni Xaraan sanyiiwwan bofaa akkaan sodaataman keessaa isa tokko. Biyyoota eeshiyaa gama Kibba bahaa jiran…
Guutuu Dubbisi » -
Ummanni Magaalaa tanaa hundi hulaa banaa dhiisee bula
Addunyaan irra jiraataa jirru tun biyyoota 200 ol qabdi. Biyyoonni kunniin magaalaa fi gandoota heddu qaban. Akkuma heddumina magaalotaatti haalaa…
Guutuu Dubbisi » -
Dubbii addaan baafadhaa!
Rabbiin ol tahe akkana je’e: Yaa warra amanatan, yoo namni Faasiqaa (ajaja Rabbii irraa bahaa tahe/cubbaawaan) oduun isinitti dhufe, addaan…
Guutuu Dubbisi »