Tafakkur

Tafakkur

Kutaa kana keeysatti uumamaalee Rabbiin guddaan uumee addunyaa tana ittiin guute waliin tafakkurra.

  • Simbira halkanii

    Qophii Abu Ibtisam Simbirri halkanii qaama ajaa’ibaa qaba. Koolli isaa fiixee miila isaatirraa kaasee hanga ceekuutti argama. Simbirroonni hedduun isaanii…

    Guutuu Dubbisi »
  • Mu’jizaa Samii keessa jiru

     Qophii Abu Ibtisam Namoonni heddu,  Anbiyoonni amma dura dabran hundi, Mu’ujizaa addaa qaban, Mu’ujizaan Nabi Muhammad (SAW) hoo maali? Jedhanii…

    Guutuu Dubbisi »
  • Hirriiba

    Ilmi namaa jiraachuudhaaf soorata, uffata, mana keeysa qubatu fi waan biroo heddu barbaada. Fedhiin ilma namaa xumura hin qabu. Fedhinnaa…

    Guutuu Dubbisi »
  • Armaadiloo

    Qophii Abu Ibtisam Armaadiloon akka walii galaatti uumama akkaan xiqqaa dha. Hedduun isaa seenti meetra 15 kan dheeratu yoo ta’u,…

    Guutuu Dubbisi »
  • Kiwwii

    Qophii: Abu Ibtisam Simbirri Kiwwii jedhamu kun gosa Simbiraa barriissuu hin dandeenye yookaan afaan Ingiliffaatiin Ratites jedhamu keessatti ramadama. Kiwwiin…

    Guutuu Dubbisi »
  • Doolfin

    Qophii: Abu Ibtisam Qaamni bishaanii dachii irratti argamu uumama hedduu of keessaa qaba. Uumamni kunniin ammoo amalaa fi haala garagraa…

    Guutuu Dubbisi »
  • Taarziyar

    Qophii: Abu Ibtisam Taarziyar uumama xiqqaa biyyoota Kibba Baha Eeshiyaa keessatti argamuudha. Uumamni kun naannoo margaafi baalli baay’inaan argamu keessa…

    Guutuu Dubbisi »
  • Ulfaatina Duumessaa

    Qophii: Abu Ibtisam Duumeessi  qilleensa nu gubbaa keessatti argamu kun ulfaatina qaba. Qabxii kana ilaalchisee qajeela gara argama saayinsiitti osoo…

    Guutuu Dubbisi »
  • Big Bang (Dhoohinsa Guddaa)

    Qophii: Abu Ibtisaam Waggoota hedduuf astroonoomaroonni iccitii hawaa kanaa beekuudhaaf dhama’aa turan. Gaafii hawaan kun eessaa dhufe jedhuuf deebii argachuudhaafis…

    Guutuu Dubbisi »
  • Goljaa

    Qophii : Abu Ibtisam Goljaan sanyii Booyyee ti. Eddoon jireenya isaatis ardii Afriikaa ti. Sanyiin goljaa lama yoo ta’u, Goljaa…

    Guutuu Dubbisi »
Back to top button