Tafakkur
Tafakkur
Kutaa kana keeysatti uumamaalee Rabbiin guddaan uumee addunyaa tana ittiin guute waliin tafakkurra.
-
Bofa kana yoo argitan fiigichaan naannoo sanii baqadhaa! Tafakkur- Black Mamba
Imalli keenya har’aa gara afrikaati. Naannoo Baha Afrikaafii naannoo biyyoota kibba Afrikaa dhaynee uumama hamaa tokko waliin daawwanna. Uumamni kun…
Guutuu Dubbisi » -
Midhaan nuti soorannu haala kamiin garaa keessatti daakkama?
Qaamni ilma namaa guutuun walitti hidhata qaba. Inni tokko isa kaanitti irkatee jiraata. Kanaaf ammoo qindoominni Rabbiin keenya isaan jidduu…
Guutuu Dubbisi » -
Qileen Garba Kanaa Finfinnee irraa hanga mooyyalee caalaa dheerata: Tafakkur-Garba Hindii
Hedduun keenya Mana Barnootaa keessatti waahee garba guddaa Hindii barannee jirra. Garbi guddaan hindii kun maal akka fakkaatu tafakkurtanii beeytuu?…
Guutuu Dubbisi » -
Gaara kanarra guyyuu ni rooba. Tafakkur-Rooba
Roobni rahmata Rabbiin uumama dachii tanarra jiru cufaaf oole keessaa isa tokko. Rooba malee biqiltoonni hin biqilan. Rooba malee laggeen…
Guutuu Dubbisi » -
Harree Bosonaa Beeytuu? Tafakkur-Kiang
Uumamni kun sanyii harreeti. Sanyii harree keessaallee harreediidoo Eeshiyaa jedhamuudhaan beekkama. Qubsumni uumama kanaatis biyyoota gaara Himaaliyaatiin daangeeffaman, kanneen akka…
Guutuu Dubbisi » -
Qilleensi isa malee jiraachuun hin danda’amne kun eessarraa dhufa?
Yeroo namni heddu viidiyoo faaydaa hin qabne daawwataa jiru kanatti, ati ammoo warra waa dubbisuu jalaturraa taatee barruu tana dubbisuu…
Guutuu Dubbisi » -
Allaatti kophaa ofii lafa hektaara 3 irra jiraatu- Grouse
Uumamni kun Giroos jedhama. Giroos handaaqqoo ykn lukkuu nuti horsiifnuun wal fakkaataadha. Sanyiin allaattii kana 18 yoo ta’u, hunduu naannoo…
Guutuu Dubbisi » -
Lafa Baatii 2 Guutuu Aduun Hin Dhiine (Gammoojji Arkitiik)
Jecha gammoojjii jedhu yoo dhageenyu wanti dafee sammuu keenyatti dhufu; lafa cirrachaan guutame, kan oowwa hamaa qabuu fi dachii goggogaadha.…
Guutuu Dubbisi » -
Baabaakootoo/Aabbaa Xiqqaa (Indri)
Dachiin Maadagaaskaar dachiiwwan uumama heddu qaban keessaa takka yoo taatu, bineensota dachii san qofa irratti argamanis heddu qabdi. Isaan sanniin…
Guutuu Dubbisi » -
Sirna Hargansuu Ilma Namaa
Waan nuti quba hin qabne kan nu booda dalagamaa nu jiraachisu kana tafakkurtanii beeytuu? Isin keessaa namni itti yaadee "…
Guutuu Dubbisi »