Tana Quba Qabduu
Wantoota Ajaa’ibsiisoo tahan
-
Allaattiin Paaroot Nama Arrabsitee Hidhamte
Ilmi namaa yoo yakka dalage ni adabama. Nama badii hojjate mootummaan hidhee murtii isaan malu itti mura. Bineensonnis yakka ni…
Guutuu Dubbisi » -
Intalti Dubraa Yoo Dhalatte Biqiltuu 111 Dhaaban
Addunyaa tana yoo gad fageenyaan ilaallu wantoota garagaraa heddu xiinxaluu dandeenya. Seerri biyyoota garii nama kofalchiisa, kan garii ammoo nama…
Guutuu Dubbisi » -
Leenci bineensa dalagaa hin jaalanne kan guyyaa guutuu ciisaa oolu tahuu quba qabduu?
Qorattoonni Rabbiin beekumsa addunyaatiin isaan badhaase, halkaniifi guyyaa uumamaalee adda addaa qorachutti jiru. Qorannoon isaanii kun akka ibsutti; addunyaan tun…
Guutuu Dubbisi » -
Biqiltoonni maaliif ifaa aduutiin hin miidhamne?
Lubbu qabeeyyii dachii tanarra jiraniif biqiltootni haalaan barbaachisoodha. Dubbii tana haalaan hubachuudhaaf dura gaafii gaafatuu qabnutu jira. Ilma namaatiif wanti…
Guutuu Dubbisi » -
Namni gama dachii tanaa imale lubbuun hin deebi’u
Dachiin irra jiraannu tun uumamaalee mimmiidhagoo hedduun faayamtee jirti. Ilmi namaatis faaya uumamaa kana daawwachaa ittiin if gammachiisa. Namni fooqii…
Guutuu Dubbisi » -
Duuti Qurxummii kanaa ajaa’iba addaa qaba
Waa’ee qurxummii Blue whale amma dura isinii dhiheessinee turre. Qurxummiin kun haalaan guddaadha. Uumamaalee dachii tanarra jiran keessaa guddinaafi ulfaatinaan…
Guutuu Dubbisi » -
Harki namticha kanaa waggaa 45 oliif gad hin deebine
Fuulli namaa eenyummaa namaati. Namni hundi osoo mudaa takkallee fuularraa qabaachuu baatee fedha. Garuu addunyaan tun akkasitti hin uumamne. Uumamni…
Guutuu Dubbisi » -
Ummanni Magaalaa tanaa hundi hulaa banaa dhiisee bula
Addunyaan irra jiraataa jirru tun biyyoota 200 ol qabdi. Biyyoonni kunniin magaalaa fi gandoota heddu qaban. Akkuma heddumina magaalotaatti haalaa…
Guutuu Dubbisi » -
Keemikaala Daqiiqaa 30 keessatti namticha ajjeese
Gurraandhala/February 13,2017 buufata xayyaara Maaleeyshiyaa keessatti wanti addaa tokko mudatee ture. Namni Kim Jong-nam jedhamu balaa akka tasaa isa mudateen,…
Guutuu Dubbisi » -
Tamboo/Sigaaraa dhiisuuf Sibiilaan Mataa Of Qollofe
Ibraahim Yucheel jedhama. Lammii Turkiyaati. Araada tamboo hamaan hudhamee waliin rakkachaa ture. Abbaan isaa gara ganda aakhiraa godaannaan dirqamni maatii…
Guutuu Dubbisi »