Tana Quba Qabduu
Wantoota Ajaa’ibsiisoo tahan
-
Tunis wal’aansa aadaati
Yeroo vaayirasiin koroonaa jalqaba eegale sanitti mudannoo gurguddaa hedduutu mudate. Dhukkubni kun karaa wal’aansa hammayyaatiin dawaa waan hin argatiniif, namoonni…
Guutuu Dubbisi » Nama Anteenaa Qabu argitanii beeytuu?
Hedduun keenya Anteenaa Raadiyoonaafi Anteenaa TV qofa beeyna. Ilmi namaa kan anteenaa mataa gubbatti baatee deemu jiraachuu hoo quba qabduu?…
Guutuu Dubbisi »-
Nama guyyatti bishaan litira 20 dhugu.
Avreejiidhaan dargageessi tokko guyyatti bishan litira 2 dhuguu qaba. Haa tahu malee hedduun namaa hagas hin dhugu. Namni hedduun bishaan…
Guutuu Dubbisi » -
Qaamni Daa’ima kanaa dhagatti jijjiiramaa jira.
Fayyaan harka Rabbii jirti. Ka fedhe fayyaa guutuun uumee, ka fedhe dhibee hin fayyine wajji uuma. Gariin finniisa fuulatti baheef…
Guutuu Dubbisi » -
Yoo lubbuun turuu feete soorata kana harkaan hin tuqin!
Sooratni ni’maa Rabbiin ilma namaa badhaase keessaa isa tokko. Mootiin Aalamaa Soorata bifa garagaraatiin uumee dachii keessa nuu facaasee jira.…
Guutuu Dubbisi » Sibiila garaa keessatti irraanfatame
Ilmi namaa ni dogongora. Kun amala ilma namaati. Namni hin dogongorre namaa miti. Dogongorri bakka hunda jira. Gariin haasawarratti dogongoree…
Guutuu Dubbisi »-
Hafuurri(Dhuufuun) Intalaa Xayyaara Qilleensarraa Buuse
Bara 2016 keessa xayyaarri tokko Magaalaa Washington irraa ka’ee gama Dallas imala jalqabe. Akkuma imala jalqabanii daqiiqaa muraasa turanii booda…
Guutuu Dubbisi » -
Nyaata kana funyaan qabattu malee itti hin dhihaatin.
Foon Jajii beeytuu? Bara durii yeroo firiijni hin jirre haawwonni teenya tooftaa addaatiin foon yeroo dheeraaf tursiisan. Foon yoo…
Guutuu Dubbisi » -
Mana isaa keessatti huccuu mulqannaan hidhame.
Seerri ilmi namaa baasu kan waa hunda guttate hin jiru. Yoo Gama tokkoon laafee ummataaf bilisummaa irraa boodaa kennes, gama…
Guutuu Dubbisi » -
Telefoona birrii 400,000tti gurguramaa ture
Addunyaa har’raa keessatti wanti hundi smartphone ykn telephone harkaatiin dalagamutti jira. Smart phone Teknoolojii namni hundi of harkaa qabuu fi…
Guutuu Dubbisi »