Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Dhalattoonni Oromoo Naannoo Benshaangul Gumuz godina Kamaashii keessa jiraatan rakkoo hamaa keessa kan jiran tahuu ibsan
Walitti bu’iinsa fulbaana darbe Keessa naannoo Benshaangul Gumuz godina Kamaashii keessatti ka’e hordofuun, dhalattoonni Oromoo godinicha keessa jiraatan heddu ajjeefamuu…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan Marii fi Tumsa Nuuralhudaa aanaa Balee Gasgaaritti geggeeffame
Sagantaan kun miidiyaan Nuuralhudaa tamsaasa Televizhiinii Saatalaayitiin jalqabuu isaa fi miidiyaa kana Cimsuuf hawaasa muslimaa aanaa Balee Gasgaar keessa jiraatuun…
Guutuu Dubbisi » -

Sanadni Tokkummaa fi waliigaltee haawasa Muslimaa dhiheenyatti mariif kan dhiyaatu tahuu gabafame
Koreen waliigalaa jijjiirama dhaabbata muslimoota Ityoophiyaa kan dhimma hawaasa muslimaa irratti qorannoo geggeessuun, rakkoo hawaasa muslimaatiif furmaata akka kaahuuf muummicha…
Guutuu Dubbisi » -

Balaa Ibiddaa Masjiida Abubakar Dormii barattootaa irra gaheen qabeenyi barbadaa’e
Masjiida Abubakar kan magaalaa Adaamaatti kaleessa galgala naannawa salaata Ishaa’ii dormii barattootaa ( iddoo barattoonni keess jiraatan) keessaa ibiddi ka’uun…
Guutuu Dubbisi » -

Baankiin Misooma Afrikaa deeggarsa Doolaara miiliyoona 100 fi miliyoona 25 Ityoophiyaaf kenne
Walii galtee deeggarsa maallaqaa kana Ministeerri maallaqaa Obbo Ahmad Shidee fi Baankii Misooma Afrikaatti Itti gaafatamaan damee Baha Afrikaa Mr…
Guutuu Dubbisi » -

Paarlaamaan Muudama Kaadhimamtuu hoggantuu Boordii Filannoo Biyyoolessaa muummichi ministeeraa dhiheesse raggaasise
Dr Abiy Ahmad Aadde Birtukaan Midhagsaa Boordii Filannoo Biyyoolessaa akka hoggantuuf mana mariitiif kan dhiheesse yoo tahu, Paarlaamaan walgahii Khamiisa…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeeraa Boordii Filaannoo Biyyoolessaa fi Komishiinii mirga namoomaa Ityoophiyaa akka hoggananiif kaadhimamtoota Paarlaamaaf kan dhiheessu tahuu gabaafame
Paarlaamaan walgahii Idilee isaa guyyaa boruu geggeessu irratti, Boordii Filaannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa fi Komishiinii mirga namoomaa Ityoophiyaa akka hoggananiif, kaadhimamtoota…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan Da’awaa guddaan Godina Walloo magaalaa Sanbatee keessatti geggeeffamaa jira
Sagantaan kun mata duree “Tokkummaa fi Markaza Salahuddiin Al-ayyuubiitiif galii walitti qabuu”jedhuun, naannoo Amaaraa Godina Walloo magaalaa Sanbateetti guyyaa hardhaa…
Guutuu Dubbisi » -

Haaji Huseen Haaji Muhammad gara ganda aakhiraa godaanan
INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI’UUN! Aalimni guddaan biyya keenyaa Haaji Huseen Haaji Muhammad biyyoota adda addaa keessatti ilmii…
Guutuu Dubbisi » -

Paartiin Dimokraatawaa Oroomoo fi Addi Bilisummaa Oromoo waliin hojjatuuf walii galan
Hoggantoonni Paartiilee lamaanii har’a eega waliin mari’ataniin booda ibsa baasaniin akka jedhanitti, Paartiileen lamaan falmii jidduu isaanii ture dhiisuun, walii…
Guutuu Dubbisi »










