Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Korri Koree Jijjiirama Dhaabbilee Hawaasa Muslimaa Bittoteessa 21 geeggeeffamuuf karoorfamee ture, dhiibbaa hoggantoota Majliisaatin akka dabarfamu godhamuu gabaafame
Koreen Jijjiirama Dhaabbilee hawaasa muslimaa baatii kudhan dura muummicha ministeraa Dr Abiy Ahmadiin dhimma hawaasa muslimaa irratti qorannoo geggeessuun rakkoo…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaant Traamp Raashiyaan loltoota Venezuweelaa keessa qubsiiftee baasuu qabdi jechuun akeekkachiise
Donald Traamp har’aa haadha warraa hogganaa paartii mormituu Venezuweelaa Juan Guaido kan taate Miss Fabiana Rosales Waayit Haawusitti simachuun eega…
Guutuu Dubbisi » -

Israa’el loltoota dabalataa heddu daangaa Gazzaa irra kan qubsiiste tahuu gabaafame
Lammiileen Falasxiin mirga gara dachii Israa’el humnaan irraa isaan buqqifteetti deebi’uu gaafachuun, akkasumas uggurri waggoota 12 ol Gazzaa irra ture…
Guutuu Dubbisi » -

Balaa Konkolaataa godina Harargee bahaa aanaa Haramaayaa keessatti muudateen lubbuun nama 9 dabre
Guyyaa har’aa Godina Harargee bahaa aanaa Haramaayaa ganda Dhangaggoo iddoo Bishaan dildilaa jedhamutti, Konkolaataan meeshaa fe’atee Wucaalee irraa gara Dirree…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa Israa’el Gazzaa keessatti raawwataa jirtuun namoonni madaahuu fi gamoowwan heddu barbadaayuu gabaafame
Israa’el haleellaa halkan edaa Gazzaa keessatti raawwatteen yoo xiqqaate namoonni torba madaahuu qondaltonni Falasxiin beeksisan. Dabalataanis waajjira hogganaa garee Hamaas…
Guutuu Dubbisi » -

Daandiin Xiyyaara Ityoophiyaa Walgahii Kaampaaniin Boeing qopheese irratti kan hin hirmaanne tahuu ibse
Kaampaaniin Boeing softweera too’annaa xiyyara moodeelii Boeing 737 max irratti fooyya’iinsa godhuu ibsuun, paayileetota 200 ol tahan, ogeeyyota teeknikaa fi…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli Ulamaa’otaa fi Hayyoota biyya keenyaa biyyoota alaa jiraatanii Finfinnee seene
Jilli Ulama’oota fi Hayyoota 28 of jalaatti hammate kun jijjiirama Siyaasaa yeroo amma biyyaatti keessa jiru hordofuun kutaa hawaasaa gara…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni Israa’el qilleensaa fi galaana irraa Gazzaa rukutaa jira.
Israa’el haleellaa kana kan jalqabde ganama har’aa Rokkeetiin gara Israa’el dhukaafame jedhame, mana jireenyaa tokko rukutuun namoonni torba madaayuu eega…
Guutuu Dubbisi » -

Kitaabni Mata duree Musaa’id- Axxullaab (gargaaraa barattootaa) jedhuun qophaa’e eebbifame
Kitaabni “Musaa’id-Axxullaab”Ustaaza Muhammad Sabaah Sheikh Sa’id Afaan Oromootiin kitaabota gara garaa 6 irraa bifa gabaabaa fi akka salphaatti namaa galutti…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Harargee Lixaa Aanaa Daroolabuu Magaalaa Gaadullootti Sagantaan Muhaadaraa guddaan geggeeffame
Kaayyoon Sagantaa kanaa masjiida kanaan dura gareewwan maqaa amantaa Waaqeffataatiin socho’an diiganii turan deebisanii ijaaruuf deeggarsa walitti qabuuf yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi »










